FuldureeLootorii BittadhaaTapha Battalaa TapadhaaBu'aa

Qajeelfama

1. Seensa

Baga Gara Weebsaayitii Tajaajila Lootorii Dijitaalaa Itoophiyaatti nagaan dhuftan. Taphoonni as irratti argaman: Toombolaa, Raffle, Lootorii Aadaa, Lootorii Battalaa , Lootorii Riigaman, Lootorii Carraa Lakkofsa Filachu, Biingoo, Lotto Jackpot (Jaakpootii), Crash (Cabsuu Ykn Kirashii) , Virtual Games( Tapha Dijiitaalawaa), fi Gosoota Lootorii Kanneen Kana Fakkaatan Irratti Hirmaachuu keessanin Dura, Seera, Qajeelfama fi Haalawwan Armaan Gadii Hunda Akka Guuttan Ibsa. Osoo Hin Seenin Dura Sanada Kana Sirriitti Dubbisaa.

Akkaawuntii Lootorii Dijitaalaa Uumuu fi Tapha Kamiyyuu Irratti Hirmaachuudhaan, Seera, Qajeelfama fi Haalawwan Kana Hunda Walin Akka Dukaa Butan Ifatti Walii Galtanittu.

2. Mirkanaa'insa/Gahuumsa

  • Namoonni Tajaajiila Kana Irratti Hirmaatan Hudii Umuuriin Isaani 18 Ta'u Qaba.
  • Hirmaattonni Seera Rippabiliika Dimookiraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Akka Hordofan Mirkaneeffachu fi Itti Gaafatamummaa Guutuu Qabu.
  • Dhaabbileen Dhiyeessitoota Lootorii Dijiitaalaa, Qopheessitoonni Sooftiweerii, fi Miseensonni Maatii Dhihoo Fkn (Haadha /Abbaa Warraa, Ijoollee, Hadhaaf Abbaa) Tapha Kana Irratti Hirmaachuu Hin Danda’an.

3. Akkaawuntii Galmeessuu

  • Fayyadamtoonni Yeroo Galmee Odeeffannoo Sirrii fi Guutuu Ta’e Kennuu Qabu.
  • Fayyadamtoonni Iccitii Ragaa Isaanii (Lakkoofsa Icciitii fi ID Fayyadamaa) Eeguuf Itti Gaafatamummaa Qabu.
Ulaagaa Galmee
A. Maqaa Guutuu Seera Qabessa (Dirqama)
B. Waraqaa Enyuummaa Ifatti Enyummaa Keessan Ibsuufi Agarsisuu(Filanno Ykn Dirqama Kan Hin Taane)
C. Lakkoofsa Bilbila Hojjattu
D. Herrega Maallaqa Moobaayilaa (Maallaqa Elektirooniksiitiin Baasuun Dirqama) .
E. Odeefannoo Herrega Baankii Itiyoophiyaa (Dirqama Qarshii Moo'attan Fudhachuf) .
F. Imeelii Hojjatuu Ykn Teessoo (Akka Filannotti)
G. Bakka Jireenyaa(Akka Filannootti)
Eegumsa Akkaawuntii
A. Paaswaardii Ciimaa Ykn Salphaa Hin Taanee Fayyadamu
B. Haala Lamaan Mirkaneessu
C.Eegumsa fi Foyya'iinsa Akkaawuntii
D. Battaluumatti Rakkina Nageenyaa Gabaasuuf

4. Seeroota Hirmaannaa

  • Tokkoon Tokkoon Tikkeettii Lootorii Ykn Bittaa Tapha Carraa Tokko Ykn Battalumatti Injifannoo Tokko Qofaaf Seenuuf Seera Qabeessa.
  • Tikeetiin Mala Kaffaltii Sirrii Ta’e Fayyadamuun Bitamuu Qaba.
  • Kaffaltiin Tapha Tokkoon Tokkoo tapha Irratti Kan Hundaa'uu Yeroo ta’u, Haala Adda Ta'een Yoo Ibsamuu Baatee Tikkeetti Bitamee Fakkeesuus Ta'e Haquun Hin Danda'amu.
  • Hirmaannaan Hunduu Kara Dhabbata Keenyaa fi Waltajjii Keenya Mirkanaa’anii fi Beekamtii Argatan Irratti fi Karaa Weebsayitii, Appiliikeshinii Keenyaa Ykn Namoota Dhuunfaa (Dhaabbilee) Hayyamaman Qaban Qofaan Raawwatamuu Qabu.
  • Bittaa tikkeettii, bittaa taphaafi galmee carraa battalumatti guyyaa injifannoo ykn carraa battalaa dura guutummaatti kaffalamu qofatu fudhatama.
  • Tajaajilli Lootorii Itoophiyaa Lakkoofsa Tikkeettii Fayyadamaan Bituu Daangeessuuf Mirga Qaba.
Hirmaannaa Carraa
A. Guyyaa Bittaa Dhumaa: Carraan Baa'uun Dura Sa'ati Tokkoo Dura Gadhifama. (Yoo Haala Addaatin Ibsamu Malee).
B. Carraa Bahuun Dura Mirkaneessi Tikkeettii Dijitaalaa Qaqqanbuu Qaba.
C. Filannoon Hirmaannaa Adda Addaa ni Dhiyaata.
D. Ragaan Kaffaltii Jiraachuu Qaba.
Taphoota Saffisaa Maddisisoota Lakkoofsotaa Tasaa
A. Battalumatti Tapha Irratti Hirmaachuu
B. Taphoota saffisaa karaa dijitaalaa hojjechuu
C. Abbaan Carraa Ykn Bu'aa Hatattamaan Agarsisuu.
D. Badhaasnii Maal Akka Ta'e Ibsuu

5. Adeemsa Ixaa Ykn Badhasaa

  • Carraa Busuun Kan Gaggeeffamu Teeknooloojii Amanamaa fi Mirkanaa'a Ta'en Ykn Meeshaa Ittin Lootoriin Busamuu fi Humna Namaatiin Hojjatu kan Fayyadamnu Ta'a.
  • Carraan Yeroo Murtaa’etti Kan Gaggeeffamu Yoo Ta’u, Bu’aan Isaas Karaa Marsariitii, Miidiyaa Hawaasaa Ykn Tamsaasa Kallattiin Kan Ifoomu ta’a. Abbaa Carraan/Moo'ataan Ykn Buu'aan Sirnaan Ummataaf Ifa Taasifame Murtoo Dhumaa Ta'a.
Adeemsa Carraa Buusuu Taphoota Battalaa.:
A. Badhaasootni Haal-Duree Irraatti Bu'urefatta
B. Abbaa Carraa Haala Seeraa fi Dhugaa Qabessaan Badhasaa
C. Adeemsa Hatattamaan Mirkaneefachuu
D. Ramaddii badhaasaa Ofinii
  • Tajaajilli Lootorii Itiyoophiyaa Rakkoo Teeknikaanis Ta'e Rakkoo Sirna Adeemsa Abbaa Carraa Baasuu Irratti Rakkoon Yoo Isa Mudatee Lootorii Irra Deebi’ee Saganteessuuf Mirga Qaba.
  • Sirna Abbaa Carraa Busuu Irratti Yoo Walii Hin Galle Tajaajilli Lootorii Itiyoophiyaa Murtee Dhumaa ni Kenna.

6. Seeroota Badhaasaa

  • 6.1. Badhaasni Carraa/Tapha Lootorii Tokkoon tokkoof kennamu Kan Waltajjiiwwan Irratti Ibsamee Waliin Tokkodha.
  • Badhaafamtootnii Karaa Imeelii, Tajaajila Ergaa Gabaabaa /Sms/ fi kkf nin Kan Qunnamnu Yeroo Ta'u, Badhaasa Isaani Yeroo Seeran Murta'ee Keessatti Argamani Fudhachuu Qabu.
  • Badhaasnii Osoo Hin Fudhatamin Hafan Murteedhaan Haqamuu Ykn Waanta Birraarra Ooluu ni Danda'u.
  • Badhaasnii Osoo Hin Fudhatamin Hafan Murteedhaan Haqamuu Ykn Waanta Birraarra Ooluu ni Danda'u.

7. Mirkaneefannaa

  • Badhaafamtoonnii Badhaasa Isaanii Gaafachuun Dura Waraqaa Enyuummaa Haroomfamee fi Waqaraa Seera Qabessa Tapha Lootorii Irratti Hirmachuu Isaani Mirkanessuu Qabatani Argamauu Qabu. Odeeffannoon Sirrii Hin Tanee Kamuu Badhaasa Qophaa'e Gaffii keessa Galcha.
  • Yeroo Kanatti Odeeffannoon Sirrii Hin Tanee Kamuu Badhaasa Qophaa'e Gaffii keessa Galcha. Akkasumas Itti Gaafatamummaa Seera ni Fida.

8. Itti Gaafatamummaa

  • Tajaajilli Lootorii Itiyoophiyaa fi Tamcon Software Solutions/Taamkoon Soft Weer Soluushiniin Nageenya Weebsaayitii, Tapha Haqa Qabeessa, Kaffaltii Badhaasa fi Eegumsa Odeefannoo Fayyadamtootaaf Irratti Itti Gaafatamummaa ni Fudhatu.
  • Tajaajilli Lootorii Itoophiyaa Sababa Dogongora Fayyadamaa, Harkifannaa Kaffaltii Baankii Ykn Odeeffannoo Sirrii Hin Taane Sababa Rakkoo Teeknikaatiin Galmee bade, Harkifate fi Sirri Hin Taaneef Itti Gaafatamummaa Hin Fudhatu.
  • Sababa dogongora marsariiticha irratti uumameen alatti, sababa carraa lootarii fi taphoota irraa kan ka’e kasaaraa, miidhaa, miidhaa ykn dhimma itti fayyadama maallaqa badhaasa irraa kan ka’e kamiif iyyuu Tajaajilli Lootorii Itiyoophiyaa itti gaafatamummaa hin fudhatu.
  • Tajaajilli Lootorii Itiyoophiyaa Sababa Humnaa Ol Ta'en fi Balaa Tasaa Yoo Isa Mudate Carraa Lootorichaa Jijjiruu, Haquu Ykn Fayidaan Ala Gochuuf Mirga Guutuu Qaba.

9. Kaffaltii hin Milkoofnee fi Mirkanaa'uu Tikkeettii (Failed Payments & Ticket Validity)

1. Kaffaltii hin xummuramnee ( Failed Payments & Ticket Validity)

Kaffaltiin baankii/sirnii kaffaltii yoo fashalaa’e lakkoofsi lootorii filatame fudhatama hin qabu

Sirnichi kaffaltii xummurameera “Payment Complete” yoo jedheyyuu, maallaqni sirritti yoo hin gallee, Tikkettiin Fudhtama hin argatuu

2. Adeemsa Kaffaltii Dogoggora (Payment Processing Errors)

Sababa rakkina teeknikaa, addaan cituu interneetii, ykn dogoggora sirnaatiin tikkeettin haqamee ta'uu danda'a.

3. Mirkaneessa Tikeetii Sirrii Ta'e

Ulaagaa tikkeettiin ilaalamuu qabu guutummaatti kaffalamee sirnichaan mirkanaa’uu qofa.

Keewwata Ittisa Hannaa (Fraud Prevention Clause)

Namni kamiyyuu sobaan mirkaneessa kaffaltii fayyadamuun ykn tikkeettii hin kaffalamiin fayyadamuun badhaasa gaafachuuf yaale herregni isaa akka addaan citu fi tarkaanfiin seeraa ni fudhatama.

10. Dhimma Gibiraa

  • Badhaafamtootni Gibira Ykn Kaffaltii Badhaasa Isinin Walqabatee Kamiyuu Kaffaluu Qabu.
  • Tajaajillii Lootorii Itiyoophiyaa Bu’uura Seeraatiin Ministeera Galiiwwanii Bakka Bu’uun Gibira Hir’ifama Gaafachuu ni Danda’a.

11. Hojiiwwan Dhorkaman

  • Gowwoomsaa Karaa Garagaraa, Enyumaa Ykn Akkaawuntii Balleesuu,Maallaqa Seeraan Alaa Argamee Seera Qabessa Fakkeesanii Fayyadamuun Dhorkaadha.
  • Tikkeettii Bitachuuf Ykn Lootorii Irratti Hirmaachuuf Sirna Ofin Hojjetuu fi Sirna Amanamaa Hin Taane (bots) Fayyadamuun Dhorkaadha.
  • Tarkaanfiiwwan Dhorkaman Armaan Olitti Tarreeffaman Kamiyyuu Raawwachuun Gosa Ykn Sadarkaa Gochichaa Irratti Hundaa’uun Herrega Addaan Kutuu, Badhaasa Fudhachuu, Tajaajilicha Fayyadamuu Irraa dhaabbataadhaan Dhorkamuu, fi Itti Gaafatamummaa Seeraa Fiduu Danda’a.

12.Addaan Cituu

  • Tajaajilli Lootorii Itiyoophiyaa Fayyadamtoota Haalawwanii fi Dambiiwwan Kana Cabsan Herrega Isaanii Addaan Kutuuf Ykn Itti Fayyadama Tajaajila Kanaa Addaan Kutuuf Mirga Qaba.
  • Tajaajilamtoonni Lootorii Itiyoophiyaa sochiiwwan shakkisisoo Godhanin, Sakataatoota Dambiidhaan Ykn Yeroo Weebsaayitii Hojii Dhaabuu Ykn Cufamuutiin Akkaawuntii Fayyadamtootaa Addaan Kutuuf Ykn Tajaajila Kana Addaan Kutuuf Mirga Qaba.
  • Fayyadamtoonni Akkaataa Imaammata Waltajjichaatiin Gaaffii Barreeffamaa Dhiyeessuun Yeroo Barbaadanitti Herrega Isaanii Addaan Kutuu ni Danda’u.

13. Fooyya'iinsa

  • Tajaajillii Lootorii Itoophiyaa Haalawwan, Seera, Badhaasa, Ykn Hojimaata Yeroo Barbaadetti Jijjiiruu, Fooyyessuu Ykn Jijjiiruuf Mirga Qaba.
  • Fayyadamtoonni Yeroo jijjiiramni Ykn Fooyya'iinsi Jiru Beeksisa Iimeelii ni Argatu.

14. Seera Raawwatiinsa Qabu

  • Waliigaltee fi Haalawwan Kunneen Seera Itiyoophiyaatiin Kan Hogganamanidha.
  • Falmiin Yookiin Waldhabdeen Uumamu Kamiyyuu Fedhii Manneen Murtii Qofaan Kan Furamu Ta’a.

15. Gargaarsa Maamilaa

  • 24/7 Fayyadamtootaaf Gargaarsii ni Jira
  • Gargaarsa Karaa Dedduu (chat, phone, email) Argachuun Ni Danda'ama.
  • Garaagarummaa Sa'aatii keessatti Debii Kenna, Rakkoo Ni Furama.

16. Karaa Ittin Waldhabbiin Hikamuu

  • Marii Wallin Godhamuun Furuun Ni Danda’ama.
  • Karaa Qaama Sadaffaatiin Waliigalteedhaan Xumuramuu Ni danda’a.
  • Adeemsa Seeraan Akka Hikamuu Godha

17. Dhunfummaa

  • Lootorii fi Taphoota Irratti Hirmaachuu Keessan, (Imaammata Dhuunfaa) tin Odeeffannoon Dhuunfaa Keessan Akka Sassabamuu, Fayidaa Irraa Oluu fi Akka Kufamuuf Eyyama Akka Kennitanitti Ilaalama.
  • Odeeffannoo dhuunfaa keessan kan fayyadmnuu yeroo carraa busnuu, badhaasaa kenninuu fi beeksisaaf Qofa Yeroo Ta'u Karaa Seeraan Eeyyama Yoo Arganne Malee Eeyyama Keessanin Ala Odeeffannoo Dhunfaa Keessan Qaama Sadaffaaf Hin Qodnu.