FuldureeLootorii BitadhaTapha Battalaa TaphadhaaBu'aa
Gargaarsa fi Deeggarsa

Dambiiwwan

Ethiolotarry appilikeeshinii mobaayilaa - Tajaajila Lotarii Itoophiyaa (ELS)

Haaromsa yeroo dhumaa:-Amajjii 15,2025 | Varzhinii:2.0(appilikeeshinii qeenxee mobaayilaa)


1. Seensa

Baga gara taphoota mobaayilaa Tajaajila Lotarii Itoophiyaa dhuftan. Tajaajilli Lotarii Itoophiyaa ragaalee fi odeeffannoowwan dhuunfaa keessan eeguudhaaf qophiidha.Dambiin kun appilikeeshinii mobaayiliitiin ragaalee sassaabuun hojiirra oolchuudhaaf qophaa'e. Appilikeeshinii mobaayilaa kana mobaayila keessanirratti fe'achuudhaan erga galmooftanii booda dambiiwwan appilikeeshinichaatiin hoogganamuudhaaf waliigalteerra gahuu qabdu.

Dambiin kun appilikeeshinii mobaayilaa fi tajaajila lotarii dijiitaalaa hundaaf oola.isaans:- Bahiinsa Lotariiwwanii, Kaardiiwwan dijiitaalaa rigaman, Bifootaa fi tajaajilootaa appilikeeshinii mobaayilaa, and Filannoowwan tajaajila dijiitaalaa.


Haaromsa yeroo dhumaa:-Amajjii 15,2025/ varzhinii:2.0(appilikeeshinii qeenxee mobaayilaa). afaan: Ingiliffa/Afaan Amaaris jira/

© bara 2025tti Tajaajila Lotarii Itoophiyaa, TAMCON Software solution'dhaan dhiyaate. seerotni hunduu eegamoodha.