
Hirmaanna Keessanif Galatoomaa Carraa Gaarii!
1. Lakkoofsa 0 Irraa Eegaluun Lakkoofsoota Abbaa Carraa Na Taasisuu Jettani Yaaddan Filadhaa Ykn Jecha 'Naaf Filadhu' Jedhuu Cuqaasudhaan Sistamni Akka Isinif Filatuu Gochuu Nii Dandessuu.
2. Lakkoofsa carraa filannoo keessanii Kutachuuf Jecha 'Tikkeettii Qeenxee Qarshii 100' jedhu xuquun Lootorii Qeenxee Kutachuu ykn 'Tikkeettii Guutuu Qarshii 100' jecha jedhuu Cuuqaasuun Lootorii Guutuu Kutadhaa Sana Booda Jecha ' Filadhee Xummureera' Jedhuu Cuqaasuun Gara Gaarii Keessanitti Dabaluu Dandeessu. Tikkeetii Lootorii Dabalataan Yoo Barbaaddan Lakkoofsa Carraa Keessan Irra Deebiitanii Filachudhaan Jecha 'Baaskettii kottii Dabalii Add to Basket' jedhu cuqaasuun Gara Gaarii Keessanitti Dabalaa.
3. Filattanii Yeroo Xummurtan Jecha '' Kaffaluu Qophidha '' Jedhu Cuuqaasun Bittaa Keessan Xummuraa
4. ''Kaffaltii Mirkaneefadhuu!'' Bakka Jedhu Cuqaasuun Kaffaltii Mirkaneefadhaa.
5. Tikkeettii Lootorii Keessan Dursitanii Kuttanittu. Mirkaneefannadhaaf Yeroo Ergaa Gabaabaan Isinif Eergamuu Jecha '' Busii '' Jedhu Cuqaasuun Tikkeettii Keessan Buufachuu Dandeessuu.
6. Tajaajila Dabalataaf Argachuuf '' Gara Fuula Jalqabattii'' isa jedhu Cuqaasaa.
1. Abbaa Carraa Tikkettii Kanaa Yeroo Taatan Isa Fideef Hattatamaan Kaffaluun Isinirra Eegama
2. Tikkeettii Tokkoon Carraa Tokko Caala Argachuu Hin Dandeessan
3. Carraan Tikkeettii Bahee Ji'a 6'n Booda Fayidaa Hin Qabu.
4. Bulchiinsi Lootorii Itiyoophiyaa Abba Carraa Akka Barbaachisuummaa Isaatti Karaa Gara Garaatiin Ummataaf Beeksisa
5. Carraan Lootorii Kanaa Walakaan Isaa Waraqaadhaan Qopha'ee Kan Gurguramuu Yeroo Ta'u Kaan Immoo Kara Ammayyawaa /Dijiitaalawaa Ta'en Dhiyaata. Yeroo Carraan Buusamuu Tikkeettoonnii Karaa Lamaanuu Gurguraman Bakka Tokkoottii Dabalamuun Lakkoofsii Abba Carraa Yookan Badhafamaan Filatama.